Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu yeroofi …
Read More »Xiinxala Siyaasaa – Maali Mallisaa?
Guutuu isaa Shabboo meediyaa
Read More »Oolmaa mana murtii ijibaata federaalaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Ammas Boritti Beellamame
Qondaalli ABO Kolonel Gammachuu Ayyaanaa kan mana murtiitti deddeebi’uun isaa xumura dhabe har’as beellamaan mana hidhaatti deebi’e.Har’a Caamsaa 23,2022 mana murtii ijibbaata Federaalaatti kan dhihaate …
Read More »Oromoo callisa haa cabsinuu
Xiinxala siyaasaa- maalli mallissaa Gaammee Galgaloo Shabboo meediyaa
Read More »Xiinxala Siyaasaa – Maali Mallisaa?
WBO irraa Harkaa keessan Kaasaa!
Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar Baga Nagaan Mana Hidhaatii Baatan! Hubataa Dubbii tiin Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar turtii mana hidhaa baatii 18n booda hiikamanii …
Read More »Ololli WBO irratti Oofamu haa Dhabbatu!
Hubataa Dubbii tiin Qabsoon Oromoo tooftaa hundatti dhimma bahuu qaba: Qabsoo nagaas, kan hidhannoos. ABOn WBO, WBOnis ABO dha! Addadummaan WBO fi kaayyoo ABO isa ganamaa gidduu …
Read More »Hoggansa fi Miseensa ABO Biyya Hambaa: Fira moo diina QBO ti?
Hubataa Dubbii tiin=====================================================Hoggansi fi miseensotni ABO biyya hambaa jiraatan tokko-tokko, hojiin isaan guyya-guyyaattiraawwatan, diina dhaabichaa isaan fakkeessa yoo jedhame dogoggora hin qabu. Ummatni OromooABO irratti …
Read More »Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa
OMN Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa bakka maatii, waahillaniifi dinqisiifattoonnisaa argamanitti Adaamaatti raawwatame. Sirna geggeessaa Istaadiyoomii Adaamaatti raawwatame irratti jaallattoonniifi dinqisiifattoonni Artist Nuhoo …
Read More »