By Dr. B.K.Deressa For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to its destruction. It did not …
Read More »Akkamitti gareen shanee ABO jaallawwan kaleessa waliin qabsaawan itti salphistu kunoo: BEEKUMSA “BOORUU BARRAAQAA” FI “FIXEENSA” GANAMAA !!!!!!
Kan Daud Ibsaa waliin hidhata qabu Girmaa Xurunaa qofa osoo hin taane namni maqaan isaa Sheeraa je’amus qunnamtii kan caalu qaba.
SHEERAA Namni maqaan isaa SHEERAA je’amu bara 2012 keessa Asmaraa irraa gara biyyaa ergama. Akkuma Sheeran biyya seeneen humni tikaa Wayaanee haala mijjeesaniifii akka …
Read More »Adda Walabummaa Demokratawa Oromiya (AWDO) Front for Independent Democratic Oromia (FIDO)
Barattoonni Yunivaristii Haromaayaa gaaffii mirgaa finiinsuu eegalan.
OMN Barattoonni yuuniversiitii Haramaayaa kaampaasii Teekinoloojii halkan kalleessa hiriira bahuun sagalee isaanii dhaggeessisuun cinatti basaastoota mootummaa TPLF mooraa isaanii irratti tarkanfii fudhachuun himame. Barattoonni yuuniversiitii …
Read More »Gaaffii Deebii B/General Hayiluu Gonfaa: waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.(Caamsaa 10,2016)
Olola ABO Irratti Oofamu Duuba Maaltu Jira?
(Kijibni, wallaalaa afaanfaajjeysa malee, Dhugaa ta’ee hin beeku!) Dhugaabaas Dhugumaa, Caamsa, bara 2016 Barattootni Oromoo Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti shorri isaan xaphatan guddaa dha. …
Read More »OMN: magaalaan kaarra millee dirree waraanaa fakkaatti
Gaafiif deebisaa Oromoo TV J/Tamaam Yuusuf waliin taasise kutaa duraa
https://youtu.be/TCxu0Nn9Jhc
Read More »Aministii Intarnaashinal Itoophiyan Namoota Feesbuukii Irratti Waan barreessan Sababa Godhattee Hiite Gadhiisuu Qabdi Jedha
WASHINGTON, DC — VOA Dubbii himaa Samayaawii Partii han ture, Obboo Yoonaataan Tasfaayee “ergaa Adda Bilisummaa Oromoo Feesbuukii irratti oggaa geggeessu argame,” jechuudhan himannaan irratti …
Read More »