Solomon Ungashe *************************************** Dursee iccitii tokkon isinitti himaa dabarsitanii ormatti hin himinaa. Iccitichi kunooti: Ani Facebook fayyadamuu hedduun jaalladha. Maaliif yoo jettan sababa lamaafi. Tokkoffaa, …
Read More »ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ??? fi THBO
Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti hin seenin dura, warra maqoota …
Read More »Sab-quunnamtii Uummataa (Media) fi Oromoo
Utubaa Lammii Faayidaan sab-quunnamtii (mass media) madda odeeffannooti. Odeeffannoon ammoo haala jireenya namaa keessatti har’a addunyudhuma walii galaa keessattuu haallewwan jireenya namaatiif barbaachisoo (necessity ) …
Read More »Hojiin Miidiyaalee Oromoo Harka Tokkoon Ijaaraa Harka Kaaniin Diiguu Akka Hin Taane! (Miidiyaalee Oromoo Hundaaf)
Carraa guddinni ‘technology’ yeroo ammaa argamsiise irraa Miidiyaaleen Oromoo muraasni kan dhimma Oromoo tajaajiluu irratti hundeeffaman horatamuun waan nama gammachiisaa ti. Isaan kun hundi akka …
Read More »Garaagarummaa AFD fi PAFD
No Need of More Years in Asmara for OLF leadership Under Eritro-Neftegna Descendants’ Deplorable Stranglehold!
By Argan Beeko Call me ‘Argan Beeko’ for the time being and my apologies for my failure to mention my real name due to some …
Read More »Sakaallaan Moraa Qabsoo Bilisuummaa Oromoo Kessaa Cituutti Jira
Wiirtuu Lammeessaa irraa Addi Biliisummaa Oromon (ABO) buu’uurfama isaa irraa kaasee, bu’aa ba’ii dararaa irraa agaggamee sadarkaa haar’aa kana irra ga’uun isa ifa. Urraawiinsa ABO …
Read More »ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.
Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?
Abdii Boruutiin Uummatni ykn sabni gabrummaa keessa jiru yoomiyyuu jiruu fi jireenya gaarii qabaachuu baatullee, haalli uummatni keenya, uummatni Oromoo keessa jiru yeroodhaa yerootti hammaachaa …
Read More »