Baarentuu Gadaa gessogeda@gmail.com Erga guyyaatti 3 ol nyaanna jedhamee Wayyaaneedhaan hololamu eegalee waggoottan 24 darbaniiru. Muummicha ministeeraa wayyaanee kan ture Mallas Zeenaawiirraa eegalee hanga ergamticha …
Read More »QABSOON ITTI-FUFA
Taammanaa Bitimaa irraa Qabsoon itti-fufa Cimsee itti-fufa Alaa-manaa itti-fufa Gaaraa-dakaa itti-fufa …
Read More »YAALIIN AJJEECHAA J/YAADDEESSAA DIINAA IRRATTI GEGGEEFFAME ABDII KUTACHUU SADARKAA XUMURAATI !
Qindeessummaa Tamaam Bbaatiitii namoota seenaan qabsoo bilisummaa Oromoo maal akka ta’e hin beekne kanneen gossaa fi ganda isaa ta’an Af/Kibbaa keessatti ajajuudhaan Onkololeessa /October …
Read More »Qabsoon karaa nagaa dhugumatti impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira qabaniis ilaaluun barbaachisaa dha. Innii …
Read More »Miidhaan barsiisota Oromoo irra gahaa jiru, egeree Oromoo fi Oromiyaa bal’eessuuf duula geggeeffamaa jiru keessaa qaama tokko!
Leelloo Sabaa irraa Guddina fi egeree biyya tokkoof kanneen murteessoo ta’an keessaa tokkko, humna nama baratee qabaachuu dha. Waan kana ta’eef, humna nama baratee ayinaa …
Read More »SAAMICHI MAQAA “ABO”
Qabsoon Oromoo eessa geesse?
Dur bara ijoollumaa inna warra saaniif hurraa bu’anii yk horii tiksanii yk dirree keessa taphataa oolanii manatt deebi’an ijoolleen olla toora tokko galanii mataa saanii …
Read More »Visionary vision with curative and palliative character
By Dr. Deressa As the Oromo people resisted Ethiopian invasions, they confronted both Ethiopian soldiers and traitors, for example during Menilik (like Gobena), …
Read More »If God speaks Afaan Oromo, why not the #BBC?
Birhanemeskel Abebe Segni One of the most important part of the Bible on the equality of languages of the world is the Book of Acts …
Read More »Obboo Daawiit Indaaluu Galataa, Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an, Mootummaa Wayyaanee Gane
Dhaabbata Dizaayinii Fi Tohannoo Hojiiwwan Bishaanii Oromiyaa Keessatti Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an Obboo Daawiit Indaaluu Galataa Mootummaa …
Read More »