==========================
“Kunoo amma Amboorraa deebi’uu kooti.Deggarsaa keessanif galatoomaa.Ergaa uummataa keenyaa bilisummaa dhugaa akka barbaaddatu daddammaqsinee haalaa seenaa qabun xummurreerraa.Namootaa miliyoonaan lakkaawwaman keessaattu dhalootaa haaran kun KFO/Madirak biraa dhaabbattaniiru.Waan mootummaan amma biyyaa bulchaa jiru kun hojjetee afaan qawweetin korojoo saamee. Waan nuti uummataa keenyaaf waadaa/irbuu seennuu hoo jiraatee, hangaa guutumaan guututtii Bilisoomnuttii qabsoo eeggalee itti fufudhaa.”
Galataa Wajjin
Dr.Mararaa Guddinaa (PHD)
Tags filmaata Mararaa guddinaa Sagalee
Check Also
Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..
Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …