Gaafa: Onkoloolessa 25, 2014
Date: 10/25/2014 No.: 007/2014 م قر
Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo walgahii hatattamaa Onkoloolessa 25, 2014 godhatteen murtii Koreen Hujii Rawaachiiftuu Adda Bilisummaa oromo General kamaal Galchuu ittigafatamaa hayyuu durumaa irraa fudhuun fudhatee mirkannneessee jiraa.
Gumiin sabaa hanga Korri Sabaa/Jilli Qabsaawoota godhammee hoogganni dhaabbataan filamuu: (1) Dr. Nuuroo Daddafoo, Hayyuu Duree, (2) Brigadier Hayiluu Gonfa, itti gafatammaa Damee Siyaasaa , fi (3) Jaal Qaasim AbbaaNasha itti gafatamaa Damee Hajaa Alaa ta’aanii akka hojjataan ramadee /filee jiraa. Maqaan Hoggannoota kawaanii ammoo dhawaataan ka bayu ta’uu beeksifinaa.
Hoogganni kuni kallatiidhaan qajeelfama/murtii/ tokkummaa qabsaawoota oromoo deebisaan ijaaruu fi moora qabsoo oromoo tasgabbeessuu laalichissee Gumii Sabaatiin baradheengadaa darbee irratti xiyyeefatuun hatattaman hujitti akkaa hiikkaan irraa deebi’aan yaadachissee jiraa.
Miseesoonni, qondaloonnii, fi ummanni oromoo hogganna kana woliin dhaabatuun kaayyoo Adda Bilisummaa Oromoo akka bakkan gayaan dhaamana. Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo
Onkoloolessa 26, 2014
Press Release
The Oromo Liberation Front (the OLF) Central Committee has held an emergency meeting on October 25, 2014
In this meeting, the Committee has discussed the removal of General Kamal from the chairmanship of the OLF on October 23, 2014 by Executive Committee .
The committee considered all matters that caused the removal, and accepted the decision of the Executive Committee. Until they choice the permanent leader, the committee has appoint three individuals: Dr. Nuro Dedefo, Chairperson, Brigadier General Hailu Gonfa , Head of Political Affairs, and Mr. Kassim Abbaa Nasha Head of Foreign Relations. The rest of the executive leaders names will be announced subsequently.
The Central Committee directs the new leaders to focus on the directive it gave to Executive Committee last year that is to work without precondition with all political organizations that struggle to dismantle the oppressive Woyyanne regimes that all peoples in Ethiopia live in peace, freedom and justice.
Oromo Liberation Front Central Committee
October 26, 2014
Jaarmoleen Siyansaa Oromoo hundu Ossoo walgalan hojeetaan irraa wayyaa dha. Diinafi akkas kara saquun garu,doofuma siyaasaa irraa nu qabnu agarsisa. Hanga danda’ameetti waluman hasa’uu danda’uu yoo hindandenyee ammo media irraa bahaani kabajaa wal dhabsisuu hinbarbachisuu. Keessumatti fixuun ossoo dada’amuu..
waan hin jire maali godhuu? warri kun duranuu hiinjirtuu maaliti maal filaa? Kan nuurroon filame jedhame akka namni hinjire muulusa!