Oduu Haaraya
husseen daaluu

“du’a kiyyatti hin gaddinaa guumaa kiyya baasaa”

Breaking News
==============
Godiina Arsii Lixaa Mgaalaa Adaabbaati Oduu amma dhagayame, guyyaa ardha muddee 11 -2015 Adaabbaati barataan umrii 16 maqaan isaa Husseen Daaluu Ulee jedhamu rasaasa humnoota motummaa wayyaanneen erga rukutameen booda gara mana yaalaa magaalaa shaashamannee Malkaa Odaa jedhamuuti geeffame, Achii ga’e sa’aati tokko dura akka du’e namootni ijaan argan naf himaniiru. wayita lubbuun keessaa ba’uuf jettu “du’a kiyyatti hin gaddinaa guumaa kiyya baasaa” akka jedhe ture dabalanii naaf himniiru. kana malees namootnii sadii maqaa isaanii argchu kanan hin dandeenye rasaasaan akka rukkutaman beekameera.
‪#‎OromoProtests‬ ‪#‎Oromo‬

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …