Oduu Haaraya

Haalli qilleensaa magaalaa Finfinneetti uumame balalii xayyaaraa gufachiisuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 Haalli qilleensaa magaalaa Finfinnee hurriin haguugamuu isaatiin balaliin xiyyaaraa harkifachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.

Daandichi harkifannaafi dhamaatii uumameef dhiifama gaafateera.

Maamiltoonnis ragaa daandichi dhimmicharratti dhiyeessu akka hordofan gaafachuu ragaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Hurree cimaan kan uwwifamte magaalattiin haalli qilleensa ishee inni olaanaan digirii seelichiyeesii 16 yoo ta’u gadi aanaan digirii seelishiyeesii 13 ta’uu ragaan Raaga Haala Qilleensaa Biyyaalessaarraa argame ni mul’isa.

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *