( #Dr_Gurmeessaa irraa…) 1.Naannoo ijaa fi fuulaa, keessumaa ganama ganama dhiita’uu (hiita’uu) 2. Miilla lamaan naannoo koomee dhiita’uu (hiita’uu) 3. Humna dhabuu, fedhii nyaataa …
Read More »DHUKKUBA KALEE
Dhukkuba kale yoo jennu dhukkuboonni kalee hedduun kan ka’umsaan, mallattoon, yaalaanis wal hin fakkaanne hedduun waan jiraniif altokkotti hundaibsuun hin danda’amu. Kanaaf dabaree dabareedhaan akkan …
Read More »DR. GURMEESSA HINKOOSAA EENYU DHA LAATA?
DR. GURMEESSA HINKOOSAA EENYU DHA LAATA? GAMMADAA OLAANAATIN Uummanni Oromoon hayyoota hedduu Oromiyaaf furmaata ta’aan akka cirracha garbaati qaba. Hayyoonni Oromoo fi Oromiyaan qaban ammoo …
Read More »Dhukkubni KINTAAROOTII (hemorrhoids) maalii ?mallattoon isaahoo ? furmaata akkamiitu kennamuufii danda’aa?
Dhukkubni kintaarootii kan dhufu hoggaa hiddootni dhiigaa naannoo qaama bobbaatti argaman hamma barbaadamuu ol baballachuun (dilated )dhiiga of keessatti kuufatanidha. Dhukkubni kun yoo xiqqaate nama …
Read More »Ethiopia Detects Cases of H1N1 ‘Swine Flu’ Virus
By TesfaNews, The Ethiopian health ministry today confirmed that it has detected a new case of H1N1 (or Swine Flu) virus in the capital Addis …
Read More »(OBS qophii fayyaa ) akkamitti kansariin firraa tiiysana…
https://youtu.be/VojuThrcjpg
Read More »Eboolaan maali? Akkmitti nama qaba? Akkamitti ifirraa eegan….Dr. Abdulsamed Mohammed Yusuf
Eboolaan maali? Eessaarra dhufe? Akkamitti dhufe? Akkamtti nama qaba? Akkamitti firaa eegan? Guuttuu waayee kanaa baruuf gaafiif deebisaa RHO Dr. Abdulsamed Mohammed Yuusuf waliin taasise
Read More »E B O L A
Dhukkuba hamaa nurraa qabi “Ebola” Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi mee jalaa! Gurra namuu gahee …
Read More »What is EBOLA?
There is currently an Ebola outbreak putting all of us at risk. Pls help educate all around u by sending this msg to all your …
Read More »jaalala haadhaa hubachuu yoo feete seenaa dhugaa kana obsaan dubbistu malee bira hin dabriin.
den 28 februari 2014 kl. 23:06 jajjaboo-sabaatiin Seenaa dhugaa jaalala haadhaati fi mucaa isii: Ummaan tiyya ija tokko qadi(iji tokko dhaamee jira). Ija tokko waan …
Read More »