Oduu Haaraya

Gamtaan Madreek Ibsa Baase

VAO

Hiriira mormii barattonnii fi uummanni Oromiyaa keessatti gaggeessaa jiran irratti tarkaanfii mootummaan Itiyoophiyaa fudhate seeraan ala ta’uu gamtaan Medreek kan ibse yoo ta’u kanneen ajjechaa fi midhaa adda addaa geesisan seera duratti akka dhiyaataniif gaafatee jira. Guutuu dhimma kanaa asirraa caqasi

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …