Oduu Haaraya

Hayyudureen Garee Shanee ABO Asmaraa Ummanni Oromoo Rakkoo Ulfaataan Qabamuu Ibsuun,Waamicha Qabsoo Godhe

Walgahii ummataa ABO kan Ameerikaa Kaabaa gaafa Adoolessa 6,2013 magaalaa Seeyint Pool Minisoota keessatti godhamerratti, HD ABO Daawuud Ibsaa haasaa baniinsaa walgahii ummataa taasise. Hayyudurichi haasaa isaa keessatti, yeroo amma kana ummanni Oromoo Oromiyaa keessa jiru rakkoo ulfaataafi rakkisaa keessa jiraachuu isaa erga ibseen booda, ummata Oromoo biyyaafi ala jiru maraaf/hundaaf waamicha qabsoo dhiyeessee jira

Check Also

aayyaa fii okkaash

Bobbahee galuun rakkoo taatee, dalagadhee jiraachuu na dhorkitee…

https://www.facebook.com/amrula.tahiro/videos/2389086314473603/?t=75

One comment

  1. SINIIN BOONNA. OROMOONNI KALLATTII ADDAA ADDAA JIRAN CUFTI DIRQAMNI KEENYA AKKAS TAHUUSAA HUBANNEE HUBACHIISUTU NURRAA EEGAMA. GALANNI KEESSAN BILISUMMAA HAA TAHU