Yeroon itti jirru kun yeroo mootummaan wayyaanee filannoo dharaa fi fakkeessaa ittiin umurii isaa dheereffachuuf jecha uummata biyyittii addatti dargaggoo Oromoo maqaa filannoo gufachiisuu fi filannoon booda sochii fincilaa natti kaasuu malu, sababa jedhuun doorsisuu, qaama hir’isuu fi hidhuun dararaa jajabaa irraan gahaa jiraachuu dargaggoo Oromoo jalaa waan dhokate hin qabu.
Kanaaf, gochaa mootummaan abbaa hirree wayyaanee filannoo fakkeessaa fi soda sochii fincila Oromoo irraa qabuun gamanumaa dararaa dargaggoota irraan gahaa jiru ilaalchisee ibsa kennuun dirqama tahee jira. Guutuu Isaa dubbisuuf as tuqi
Check Also
Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …