Oduu Haaraya

“International Oromo Support Group” ilaalchise

I attended international Oromo Support meeting today in Washington DC. I assumed most people from different corners of Oromia would attend the fund raising event. It was not, to be frank. I was shocked. That is why I said last time let us be clear and do not confuse people. We should make things clear when we talk about Qerro/Youth. We have two youths: armed and unarmed. The armed Qerro is Oromo Liberation Army. Unarmed youths are largely students. With no doubt, both youths need support. But, we need to raise questions such as  what type of support and the level of support for both youths are important. The lion share of the money gathered has to go to the armed youth. During the fund raising event, I agreed and disagreed with the current Oromo Youth  fund raising organizers. 
 
When  I told them the lion share of the money has to go the army, they said no. The organizers said that we support victim families and civil protesters not the armed youth. I disagreed on this. I see overlap of activities with Mecha and Tulema Association.  It looks the group are giving support to those parties pursuing peaceful struggle. or  want  to work  as an advocacy group for parties pursuing peaceful struggle.  I do agree that support is necessary for activists at home but there must be a limit for this group. why?. We have to invest more where we can see more significant impact-the army. 
 
Kanaafani Amhad Sayyo yoo itti seenu natti hintolle. Eegu baannan akkuma OMN dhaaf qarshii gurrame booda dubbin babade sana ta’a.  Gargaaramu qaba garu daangaa itti godhamu qaba.  Nama biyya kessaa gabaasa  nutti dabarsanif hagam ammam gahu isinumtu madaala. Kan bira-amma waraanni jira- dhaaba waraana duuba jiru dhaaba kana jechu hin feenu. ABO amma tokko ta’utti eegdu natti fakkata. Akkasi miti. Hojiin murtessaa ta’ulle kuni doggogora guddaadha seeran gadi baasu dhisuni. Kanan falmaa jira. Gadi qabameetuma deemaa jirra. Ifa ta’u qaba. Amuman ummata kessa bubule seeranan arga. Dhaabni waraana duuba jiru dhaaba kami jedhamu maal jettu?.  faranjiin bira dhaqamau dhaaba kana hin jettani?.  Maaltu rakkisee?. Qeroo ummurii isaaniti.  Dhaabni isaani ABOdha.  “Vision + Goal” irra kaa’un hin rakkisu inuma dhufa. Alaabaa qabachun qofa gahaa miti. Isammaa  ODFis qabateera.  Osoo ABOn tokko ta’e gaaridha.  Ta’u baatu, akkuma jirutti  ABO garee biraa ta’e miseensa PAFD ta’a.  “Informal” walin hojjachaa jirtu.  Garu, “formal” ta’u qaba.  
 
Jimma/Darajjee

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Waraana calqaba isaa malee xumurrii fi ittibahinsi isaa hin beekamne – Oromoon maal godhuu qaba?

Berhanu Hundee Waraanni amma garee seeraa fi heeraa ala mootummaa Federaalaa ofiin jedhu fi mootummaa …

One comment

  1. Obbo Darajjee, baga dhuftes baga argite. Garuu duraanuu sammuuti waan qabatee dhufte waan biraa dhaayi malee, amma kana dubbiin waljalaa hinmakamu ture. armed qeerroo jetta ammoo OLA( oromo libration army) jetta, OLA kan hoogganamu ABO dhan mee adda baafadhu dura waan qeerroo fi OLA. isaa booda yaada kenni. Dhaabni tokko waan dhaabbateef qaba, dirqama yaada ati qabattee dhufteef jedhee yaada isaa hin jijjiiru. OLA/ WBO gargaaruu barbaadnaan karaa barbaaddu gargaaruu dandeessa. Qeerroo akka ati jettu barataa qofaa miti.,….gad buuftee hin ilaaliin ykn siti hinmul’atiin sochii qeeroodhaan gaggeeffamaa jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *