Itoophiyaa keessatti jijjiiramni dhufee jiraa ? | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya
dhumaatii oromoo

Itoophiyaa keessatti jijjiiramni dhufee jiraa ?

Eeyyeen dhufee jira.

-OPDO’tu Wayyaanee jalaa Bilisa bilisa bahee, bilxiginnaa tahe,
-Ol-Aantummaa Nafxanyaatu ol-aantummaa Wayyaanee bakka bu’e.
-Nafxanyaan Abbaa barbaadde ajjeeftee osoo Seeraan hin gaafatamne Dhiichiftee Dhaadachuuf hiree argatte
-Minilik Oromoo Lafarraa fixee Goota tahee Seenaa qabu tahee faarfame.
-Oromoon Bara Wayyaanee caalaa Eenuummaa isaatiif Diina tahee ajjeefamuuf Saaxilame.
-Balbbal’ifannaan Daangaa Oromiyaa Kan Daangaa Somaalee qofa tureetu gara Naannoo Amaaraa fi Naannoo Affaaritti babbal’ate, Jijjiiramni dhufe kana, yoo Ummanni Oromoo kun jiijjiirama jedhee fudhate Bilixiginnaan waggoota Karoofatte san guutuu Biyya Bulchuuf carraa gudda qabdi.#Culullee_Facebook

Check Also

kadiir Juhaar

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra …