Eeyyeen dhufee jira.
-OPDO’tu Wayyaanee jalaa Bilisa bilisa bahee, bilxiginnaa tahe,
-Ol-Aantummaa Nafxanyaatu ol-aantummaa Wayyaanee bakka bu’e.
-Nafxanyaan Abbaa barbaadde ajjeeftee osoo Seeraan hin gaafatamne Dhiichiftee Dhaadachuuf hiree argatte
-Minilik Oromoo Lafarraa fixee Goota tahee Seenaa qabu tahee faarfame.
-Oromoon Bara Wayyaanee caalaa Eenuummaa isaatiif Diina tahee ajjeefamuuf Saaxilame.
-Balbbal’ifannaan Daangaa Oromiyaa Kan Daangaa Somaalee qofa tureetu
gara Naannoo Amaaraa fi Naannoo Affaaritti babbal’ate, Jijjiiramni dhufe
kana, yoo Ummanni Oromoo kun jiijjiirama jedhee fudhate
Bilixiginnaan waggoota Karoofatte san guutuu Biyya Bulchuuf carraa gudda
qabdi.#Culullee_Facebook