Oduu Haaraya

Magaalaaleen Oromiyaa Hedduun Tohanna Waraanaa Jala Jiru Jedhan Jiraattonni

Hirrirri mormii gara torbanneen sadiif Oromiyaa keessatti geggeessamaa ture Har’as godina Harargee Bahaa fi Dhihaa keessatti itti fufee ooluu isaa jiraattonni ibsaniiru.

Fkn qonnaan bultoonnii godina Harargee Bahaa aanaa Hara-Maayaa kallattii afuriin hiriira bahanii garuu magalaaa Haraa-Maayaa keessatti hiriifu yaalanis waraanni mootummaatiin itti famu isaanii dubbatan.

Harargee Dhihaatti ammoo barattoonnii hardhas hiriira mormii geggeessan.

Gama biraatiin ammoo magaalaalee godina Oromiyaa adda addaa waraanii mootummaa tohataa waan jiruuf bahanii galuunis akka hin dandahamne jiraattonni dubbachuutti jiran. jiru.Gaaafii fi deebii geggeefame caqasaa.

Gaafii fi deebii kana dhaggeeffadhaa… Guutuu waayanee kanaa caqasuuf as tuqi

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …