Oduu Haaraya
master plan

Master plani amma Wayyaaneen baafte Finfinnee babaldhisuuf otoo hin ta’iin Oromiyaa daangaa daangaan adda qoqqoduu..

Master plani amma Wayyaaneen baafte Finfinnee babaldhisuuf otoo hin ta’iin Oromiyaa daangaa daangaan adda qoqqoduu dhaan, Uummata Oromoo addaan faffacaasuuf plana qindeeffamee dha.

Garuu kun ebjuu yeroof Diinni Abjootaa jiruu dha malee Oromiyaa addaan kukkutuun gonkumaa waanna ta’uu danda’uu miti. Biyya keessaa alaa ilmaan Oromoo harka wal-qabanee master plani shiraan xaxame kana haa fashaleessinu! Bifa adda addaan dhiibbaa fi miidhaa Saba Oromoo’rra gahaa jiru, akkasumas gabrummaa alagaa ufirraa darbuuf ilmaan Oromoo sochii Uummataa (Mass Revolution) gaggeessuutu nu’rraa eeggama!!

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …