Oduu Haaraya

Sheekh Muusaa Su’aalaa Jechuun beekkaman…

ULAMAAII TEENYA…

Urjii Ahmadiin

Sheekh Muusaa Su’aalaa Jechuun beekkaman.
Ulamaaii Umrii waggaa 40 ol barsiisuun dabarse keessaa tokko. Amata 40 barsiisuu malee damooza gaafatee hin beeku.
Akkasuma Sheekhootii hedduu barsiisee jira. Hawaasa bal’aaf Muhaadaraa adda addaa qopheeysanii gorsunis dalagaa Isaaniiti. Bid’aa fii Shirkii irraa hawaasa qulqulleeysuuf carraaqqii guddaa godhaa ture, arrallee itti jira.

Sheekh Muusaa Hassan maqaa Su’aalaa jedhu kana kha argate osoo barnootarra jiruu akka tahe himama. Osoo baratanii hoggaa darasoota wajjiin qo’atan gaafii jajjabduu gaafatuun beekkama. Achirraa ka’uun Sheekh Muusaa Hassan jechuu hafee Sheekh Muusaa Su’aalaan beekkame.

Su’aala jechuun Gaafii jechuudha.
Ahbaashii saaxiluun ummataaf ibsee jira.
Seenaa Sheekh Muusaa Su’aalaa waan beeytu itti guuti.

Check Also

Alii Mohammed

Seenaa kana dr.Kabajaa Alii Birraa mataa isaatu natti hime.

Barreessaan: Afendi Muteki. Alii Biiraa fi sheek Haashim Al-Hararii Seenaa ani aadaa kanaan barreesse Dr.Kabajaa …