Gaafiif deebisaa RHO haala yeroo ammaa OMN keessatti dhalate laalchisee Dr. Salamoon Ungashee waliin taasise
Tags Dr. Salamoon Ungashe omn RHO Said Mohamed sbo
Check Also
Sinoodsii haaraa hundeeyfamerratti duulli maqaa balleessiin adda addaa baname.
Gareewwan mana amantaa ijaaruun olaantummaa paartii tokkoo kabachiisuu barbaadan abbootii Sinoodsii haaraa hundeessan irratti duula …
1.Namoonni maallaqa harkaa qaban yoo jiraatan, daddaffitti maallaqa san herrega baankii kan OMN itti galchuu
2. Horiin buufame, baasiin godhame, ragaan wajji dhihaatanii maallaqni hafe nuuf himamuu,
3. Auditoriin dhunfaa qaxaramee, “audit” gochuu,
4. Fuula duraaf accountantiin dhunfaa qaxaramee, bajatni bahee, (financial statements i.e income statement, balance sheet, and financial position) yeroo yerotti warra buusii godhu hundaafuu hiramu.
Wanni biraa akkuma Dr. Soloon ifi Obbo Sa’id je’anitti godhamuu dha
Galatoomaa