Oduu Haaraya

Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase

Waraanni TDF iddoowwan Gurguddoo, Fooqiisaa, Zebul, Mandefaraa, Qoboo, Roobit, Shooch Maariyaam fi Tekuloosh qabachuu ibse.

Lolli guyyoota sadan darbaniif aanaalee naannoo Amaaraa keessatti gaggeeffamaa jiruun loltoonni Tigraay akka jedhanitti.

Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase kan jedhu dubbii kana fakkaata.

Waraannii bilisummaa Oromoos waraana Abiyyiirratti haleellaa fudhachuu ibse.

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *