Oduu Haaraya

Mormii Barattootaa Irratti Mootummaa fi Polisiin Oromiyaa Ibsa Kennan

Humnootii kufaatii siyaasaa keessa jiranii fi jaarmayoota shorookeessumaatti ramadamaniin Oloola sobaa oofameetu Oromiyaa keessatti jeeqama kakaase jechuun ibsii mootummaa naannoo Oromiyaa irraa kenname hubachisee jira.Ibsii kunis korpreshinii Broodkaastiing kan Itiyoophiyaatu Muddee 3 bara 2015 galgala Oduu dhageesisee irratti dubbifame.

Jeeqama godinaalee fi aanaalee murta’an keessatti uumamee kanaan dargaggonni 3 lubbuu ofii dhabuu komishinarri Komiishiina Polisii Oromiyaa Obbo Ibraahiim Hajjii tuuta oduuf ibsanii jiru.

Obbo Ibraahiim akka jedhanti Godina wallaggaa dhiyaa aanaa Gullisoo magaalaa baadiyyaa kan taate calliyaa yekkaa keessatti lubbuun dargaggoota lamaa darbuu isaa fi sadaffaan immoo Godina shawaa kibba dhiyaa aanaa Tolee keessatti du’u ibsan. Guutuu gabaasaa kanaa asirraa caqasi

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …