Oduu Haaraya

Moromaa Hin Feesisu!!

Gaafiin teenya kurfo fedhiin teenya ifaa
Wanni nu barbbaannu bilisummaa qofaa

Wanni fedhe hafee isii arakannu quufa
Wanii isiin achii dhufus booda dhufaa

Waa takalleen feenu isii maleee humaa
Gaafa isii helle abjjuun nuuf guutamaa

Moromaan feesisu numaaf kannuu malee
Baanee harkka duwaa arr’a numan gallee

Check Also

usmaayyoo muussaa

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …

One comment

  1. Walaloo gariidha. ‘Abjjuun’ jecha jedhu san yoo ‘hawwiin’ jette irra bareeda. Abjuun jechuu yaroo rafan wan namatti mullatu. Hawwiin amoo wan fedhan, waan jaalatan jechuudha.