Obboo Kaalid Bakar guyyaa har'aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions Booksii injifate | Oromia Shall be Free
Oduu Haaraya

Obboo Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions Booksii injifate

Oduu Gammachiisaa!

Obbaleessi keenya Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions irratti injifatee jira! Kaalid Bakar yeroo Injifannoo galmeessu hunda Alaabaa Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti miidiyaalee Addunyaa fuulduraatti mirmirsuun beekkama. Har’aas akkuma suuraa irratti argitan kanaan Alaabaa Oromoo Miidiyaalee Addunyaa fuulduraatti mirmirsee jira! Obbaleessa keenya Kaalid Bakar nu boonsitee Galatoomi! Caalatti dagaagi!

Oromoo Ilma keessanitti eeyba roobasaa!

Congratulations Kalid Bekar

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Feyisa Lelisa runs in exile after his protest in Rio – Houston Chronicle

Feyisa Lelisa runs in exile after his protest in Rio – Houston Chronicle Olympics medalist …