Oduu Haaraya

Toophiyaan meedaaliyaa dabalatte

Dorgommii fiigicha meetira 3000 gufachiisa dubartootaa Roobii halkan fiigameen atileetiin Itoophiyaa Warquhaa Geetaachoo lammaffaa bahuun meedaaliyaa meetii, Maqidas Abbabaa ammoo sadaffaa bahuun nahaasa argataniiru.

Dorgommii gulaallii meetira 5000 dubartootaa fi meetira 800 dhiirotaa irrattis atileetonni Itoophiyaa milkaa’anii jiru. Maddii: BBC afaan Oromoo; https://bbc.in/3coKixf

Check Also

lalisaa fi qananiisaa

A House Divided: Ethiopian Runners Separated by Politics Face Off at London Marathon

Ethiopians may suffer from conflicting allegiances Sunday as two Ethiopian elite runners Feyisa Lelisa and Kenenisa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *