Oduu Haaraya

Obolewwan keenya kun Lameen Kadir fi Awwal jedhamu Bala Hajji Minaa gubbat dhaqabe irrat Haadha isaan lubbuun baasan isaan lameen gamma akhirat deemaniru.

RDH

Obolewwan keenya kuniin Jiraatota Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit.

Lameenu kan fuudhanif Abba ijoole Tokko tokkoot.

Hadha isaan Hajiif Naanoo Oromiyaa Godina Wolaga Magaala Horo Gudurru irra fidan haaji wajjiin osso gegeeysan balaan kun yeroo argamet Lubbu haadha isaan bararan isaan gamma akhirat imalaniiru.

Sirna Haaji kana gubbat Maatin Nama 9tu wajjiin ture Haadha isaani fi Obooleyti haadha isaan isaan lameen akkasummas Ilmaa obooleyti isaani fi haadha mana isaan woluma galati Maati 9 keeysa namoon 4 gamma fuula Rabbit deemaniru.

Rabbiin isaanif Haa araramu !

Sagantaa Raadiyoo Daandii Haqaa guyyaa hardhaa keeysati Maati kana dubifneera Obooleysi keenya Tokkos muuddano Haaji gubbat Minat issa muudatef Lubbuun issa akkamiin du’a irraa akka olte nuf seenesa .

Sagantaa keenya guyyaa hardhaa gubbat nu Eega !!!

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …