Oduu Haaraya

Rakkoon ummata Oromo Maali? OMN Maali? Yaada Qabsoo Oromo tii fi Gaafiin mirga Amantii wal simatuu? ...

Posted by የኦሮሞ ኣንድነት ሃርነት ግንባር front for independence of United oromia on den 13 oktober 2015

Rakkoon ummata Oromo Maali?

 

OMN Maali?
Yaada Qabsoo Oromo tii fi Gaafiin mirga Amantii wal simatuu?
Sheekkotiin Nama hundaafuu wal qixa moo?
Qaamni hawaasaaf dhukkubsatu Eenyu?
Yaada jedhuuf deebisaa kutaa-1ffaa video gabaabaa armaan gadi daawachuudhaan hubannoo gaarii qabaachuu dandeettu jedhe Amana.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …