Oduu Haaraya

OMG!!! Buraayyuu keessatti abiddi cimaan qabatee jira!!!

BREAKING NEWS!!!
OMG!!! Buraayyuu keessatti abiddi cimaan qabatee jira!!! Yeroo ammaa kanatti buraayyuu keessatti baankonnii,suuqiin akkasumas waajjiraaleen garaa garaa cufamanii jiru.kattaa irraa jalqabee hanga buraayyuutti dhukaasni banamee jira.uummati magaalaa buraayyuu fi barattoonni “uummati keenya nuuf jedhee dhumaa jira misooma uummati keenya hin feene nutis hin barbaannu jechuu dhaan mormii dhageessisaa jiru.

Akkasumas wallagga lixaa magaalaan Ayiraa mormii guddaa maaster pilaanii finfinnee irratti dhageessisaa jiru.odeeffannoo hedduutu nu qaqqabaa jira dabaree dhaan isiniif dabarsina. Buraayyuun garuu haala nama sodaachisu keessa jirti.uummati naannoo sana jiraatanis yeroo ammaa kana itti makamaa jiru!!!!!!!!
akkasumas Najjoo shaambuu fi gidaamii keessatti mormii guddaan adeemsifamaa jira!!!

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …

One comment