Oduu Haaraya

Oromoo Somalilandii keessatti baqatanni jiraatan irraa

The Oromo community in Somaliland faces major crack down after public anger over many incidents.

Today Oromo held a secret meeting in a hall in Hargeisa. It is not clear how and who printed them these flags. Somaliland is naturally opposed to many secessionist groups in Ethiopia including OLF, ONLF and any “Oromia Republic” mantra.

I believe Woyane Gov and SL Gov intelligence will now hunt down these individuals (secret Oromo cell). Like Habesha society, Somaliland does not want any Oromia state in the region. Oromo lay claim to lots of things, territories and hold past resentments. Lifting the lead on such is very dangerous matter but there has to be way to keep Oromo in Ethiopia without endangering Habesha society or establishment.

Can you imagine if this hall became 1000 next year? and the year following 5000? We know from past history how Oromo multiplied on Habesha land.

Indeed this cell must be disrupted and destroyed.

Read Oromo condition’s in Somaliland in Afaan Oromoo below:

Nagaan jalqabuu dhaan nuti ilmaan Oromoo kanneen Somaalii Laandii keessatti baqannee jiraannu. Erga hiriirri Diddaa Gabrummaa fi farra Maaster Pilaanii Finfinnee cimee itti fufee kaasee mootummeen maxxantuun Soomaalii Laandii qajeelfama adda addaa kan Wayyaaneerraa itti laatamuun ummata Oromoo haalaan dararaa jiran. Kuniis ragaan duraa yeroo gaagaámaa kanatti raafa labsanii namoota qaqqaba biyyatti kandeebisan rakkisuu.

Keessaahuu namoota barbaadan reebuu faadha hojjattan. Kana yemmuu hojjetan ummanni biyyaa harka itti hin naqanne ture. Kuni ammoo mootummoota lamaaniif salphina tahee itti mul’ate. Keessaahuu mootummaan Wayyaanee guyyaa Tigroota warra huccuu meeshatti jijjiiru biiti guutuun itti kaatee ofirraa arihanii kaasee Qonsilichi Jen/Barihee Tesyfaye fi Koloneelonni Isaa Faltii Dibaman. Ummataa fi Qondaalonni Diin Islaam Funyaan Isaanirraa qabatan. Isaanis of keessa deebiánii jarattii koomunitii Ogadeen, Oromoo, Warra Kibbaa fi Amaaraa irratti raarii bahan. Hanga Tigroonni arrabsamanii tumamanii arihaman maal hojjattan. Lammii qulqulluun akka isaanii akka hin jirree hin beektanii jedheeti Jen/Bariheen isaanitti roorrisaa oole.

Aarii sana booda Wayyaanee fi Mootummaan Abbaa garaa kan Hargeessaa shora guddaa xaxuu calqaban. Dura raafa jedhan ummmanni isaan dhagayuu dinnaan
torbee kana keessa ammoo Oromoon nama qaltee nyaatte jedhanii suraa nama tokko kan daa’ma qalame bira taaú gaazeexaarratti baasasan. Kuni ummanni Soomaalii akka ummata Oromootti garagalu gochuu fi diraamaa dalagamee dha. Somali Net Forum irratti (Coldoon Interviews Oromo Cannibal In Burao) itti dabarsame mee ajaaíbaaf daawwadhaa.

Kan Oromoo maqaa balleessu barbaadu guyyaa dhiifama gaafatuutu dhufa. Oromoon saba qulqulluudha. Kan maqaa nuballeessu ofirraa dhoowwuu qabna kuni roorroo dha. Roorroo abbaatu ofirraa deebisa. Ofitti hin usnu.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *