Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi!
Read More »The Oromo changing their names as a show of pride
A surge in ethnic pride among Ethiopia’s Oromo community, the country’s largest ethnic group, is leading some, like Moti Begi, to change their names. The …
Read More »Jeequmsi sababa Facebook Live haasawuu kun faashina yeroon fidde waan ta’eef ni dabra.
Ji’a caamsaa 2017 dhimma waliiti wacuu yeroo san ture waan jedhe Walitti aaruufi walitti wacuu marsaalee hawaasaa irratti deddemu kanarratti akkan waa jedhu qaamaafi fagonis …
Read More »Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?
Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu
Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura taa’aan KFO obbo Jawaar Mohaammad …
Read More »I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.
“Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba” jedha Oromoon. Faranjoonnis ” enough is enough” jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha. To: J/Dawud Ibsa. OLF’s Chairman …
Read More »Obboo Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions Booksii injifate
Oduu Gammachiisaa! Obbaleessi keenya Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions irratti injifatee jira! Kaalid Bakar yeroo Injifannoo galmeessu hunda Alaabaa Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti …
Read More »Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise
Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame
Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi maqaballeessiin gamaa gamanaa bahamee dibbeen …
Read More »Haasawa Dr. Ittaanaa Habtee har’a iccitii Obboo Johaar Muhammed jedhee dubbate haasawa mizana kaasu miti.
Haasawa nama baratees hinfakkaatu. Maqa balleessi nama dhunfaa fakkaata. Waan qabsoo sabaaf dubbatamees natti fakkaachuu dide. Gara jibba dhunfaatti harkaa gadi bu’e fakkaata. Kunis taye …
Read More »