Hegeree Oromiyaatiin Waajjiraale qormaata miidha laga abbayyaarratti ethiopian raawwataa jirtu akka qoratuuf eggama ture keysaa waajjirri Holandaa dhibbaa motummaan ethiopa irratti gad-geysiten hujii qormaata kanarraa …
Read More »Diraamaa Dambalii Kutaa 10ffaa
Amerikaatti Bulchiinsii Magaalaa Miniyaapoolis Oromo Street jedhee Karaa Moggaase Eebbisiise
http://jobrize.com/index.php?ref=219153 Miseensii mana maree magaalaa MN aanaa jaha keessaa filamee fi ka akka Oromoon magaalaa Miniyaapoolsi keessatti maqaa ufiintiin karaa argattu yaada dhiyeesse,kun jalqabaa waan …
Read More »OMN: Walghii hawaasa Oromo Atlaantaa Baqalaa Garbaa waliin taasifamee kutaa 1ffaa
https://www.oromiamedia.org/2015/09/omn-walghii-hawaasa-oromo-atlaantaa-baqalaa-garbaa-waliin-taasifamee-kutaa1ffaa/
Read More »“Oromo Voice International OVI” (Sagalee Oromo Idle Addunyaa), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree Tokkummaa jedhuun guyyaa dilbataa ….
Harka Funee! Dargaggoonni OromoOnkololeessa 11 bara 2015 qopheesse irratti akka nuuf argamtan kabajaan isin affeeree jirra. Bakki sagantichaa (3710 Chesswood Dr. Toronto, Canada) …
Read More »Oduu Battalaa:Ogeessi Olaanaa Jila Oromiyaa Gane
(Oromedia, 12 Fulbaana 2015) Ogeessi olaanaa jila Pirezidaantii Oromiyaatiin durfamee waliin Western Australia daawáchaa ture Fulbaana 12 bara 2015 Itoophiyaatti deebiú didee hafe. Intarpiraasii Hojiiwwan …
Read More »QAROO QAXARA QOORE..
#Saphaloo/ Abdulbasit Kedir Abuubakar Muussaa hayyuu ilma sabaa, Daawitii hawaasaaf tahe guyyaa jabaa, Biiftuu bahaan baatee ibsite oromiyaa balloo, Hundeessaafi taligaa hawwisoo afran qalloo, Walaloo …
Read More »Obboo Daawiit Indaaluu Galataa, Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an, Mootummaa Wayyaanee Gane
Dhaabbata Dizaayinii Fi Tohannoo Hojiiwwan Bishaanii Oromiyaa Keessatti Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an Obboo Daawiit Indaaluu Galataa Mootummaa …
Read More »Minneapolis Oromos celebrating the Oromo street
Obolewwan keenyaa Kofallerra Mana hidha Shaashamannatti Argaman giduun isaan 19 guyaa hardhaa hiikaman .
ODUU GAMACHIISA !!! Raadiyoo Daandii Haqaatiin Sambata Fuulbana 1 / 2008 Musliimootni Kofalee irraa Hiidhaman gidduu nammooni 19 lakkifamuf ta’u ibsame. Motummaan Musliimoota Kofalee …
Read More »