Click here to read………Discussion with PM
Read More »Gaaddiidduu Jaaramayaa Farra Sabboonummaa Oromoo (kutaa shanaffaa)
(Xannacha Keeysaa Kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn Hogganamtu Quucarse) 7. Dhaabbii Galaasaa Dhimma Shororkeessuummaa irratti Akkummaa beekkamuu Bin Laden bara 1991 hangaa 1996-tti biyyaa Sudan …
Read More »MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA : Kutaa Jahaffaa
Deebisaa barruu “ABO”n Kaayyoo Ummata Oromoo Malee, Hayyama Daldalaa Miti jedhuf Oromon kennu dandayu
Khat, Ethiopia’s 4th largest export, suffers after European ban
August 27, 2014 (AFP) – For a town seen as a key trading centre for khat, a drug that is banned in many countries, Ethiopia’s …
Read More »Qabsoo maqaa dhooftee KADHAAF marxifattee, Osoo mana jirtuu nan hidhame jettee, osoo hin tuqamin nan reebame jettee,,
Qabsoo dhiigaan dhufeen kan daldalaa turtee,, Bilisummaaf miti DOOLAARA barbaachaaf wareegamuuf kaatee ??? kekekekekekeke Qabsaa’aa fakkaattee iyyitee wawwaattaa,, Lammii gowwomsitee imimmaan harcaaftaa,, osoon isin qabuu …
Read More »Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Read More »“Too’anna Da’umsaaf Koriyaan Itophiyaa Gargaaruufi” – Oromoo waan tuqu qabaa laata?
Ibsaa Guutama irraa Bara durii duriitii kaasee madaala uumaa, lafa, diinagdee fi kan dhimma itt bahanii eeguuf falli too’annaa da’umsaa shakalama ture. Sun madda qabeenyaa …
Read More »Seenaa Jeneraal Taaddasaa Birruu
Irra Deddeebi’anii Himaniif Sobi Dhugaa Hin Ta’u (Sirreessa Gaaffii fi Deebii Obbo Daawud Ibsaa)
Adoolessaa 2014 Labsa Waxabajjii 28, 2014 baasaniin, dhaabotni SHG-ABO fi QC-ABO “jedhamuun beekamaa turre gargarummaa nu gidduu jiru furannee, dhaabicha deebisnee tokkoomsuu keenya ummata Oromoo, …
Read More »