Maqaan isa Zelalem Jemanee jedhaama. Kan dhalaate Godiina Wellaagga lixaatti Hojiin isa jalqaaba poliisi ture booda gara OPDO tti makaamuudhan dabbaalle OPDO ta’e barnoota fageenya …
Read More »17 Oromo journalists of Oromia Radio and Television Organization (ORTO) have been fired since June 25, 2014.
ORTO journalist are falsely being accused of providing information to diaspora news organizations like VOA, DW, Seif, Eri-tv(Oromo), Oromo Voice Radio and the newly inaugurated Oromia …
Read More »Gara Oromoota hunda.
Barataa HAMBAASAN GUDDISAA GALAA kan jedhamu bara kana Yunivarsiitii Finfinneetti digiriisaa xumuraa nama hojjetaa jiruu dha.
Dargaggoon qaroo kun nama abbaa fi haadha hin qabne namoonni gargaaranii barsiisanii fi bara kana qabxii galmeessisee jiruun namoota waliin barataa jiran irratti nama adda …
Read More »U.S. senators urge kerry to press Ethiopia respect human rights
In a letter written to U.S. Department of State, Senators Al Franken (D-MN) and Amy Klobuchar (D-MN) Call on U.S. Secretary of State John Kerry …
Read More »Barattoota Qaroo Oromoo 8 irratti Dr. Laaqew Wondimmuu Itti aanaa Pirezedaantii Amboo tarkaanfii hamaa fudhateera.!!
Namtichi Amaarri Laaqew jedhamu kun Yunivarsiitii Amboo keessatti dargaggoo Oromoo irratti badii hamaa fudhachaa turuunsaa bubbuleera. Keessumattuu yeroo itti barattoonni Oromoo goldmedalia’ argatanii turanitti jijjiiruudhaan …
Read More »The Rise and an Imminent Fall of a Minority Regime-TPLF
(The Tigrean People’s Liberation Front) By David Makuria Western democracy is built on the principles of a majority rule while respecting minorities’ rights. This norm …
Read More »Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu
Abdii Boruutiin Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne, wanti hawaasota Oromoo biyya ambaa …
Read More »DHAAMSA
Galmee seenaa keessaa…
Manni kun gaara mullataa Aanaa gurawaa keessatti argama, inniis iddoo mootichi nafxanyaa haylasillaaseen mootii lij Iyyaasuu itti hidhe iddoo kana deemee namni daawwate Gara jabeeny/hammeenya …
Read More »