LEENCI ROORRIFAMEE MIRGA ISAATII CAPHE TAKKAA OBSEEN TEENYE EEGA MIRGA ISAA DHABE. Oromoon eega roorrifamee bilisummaa fii biyya isaa dhabe jaarraa tokkoo …
Read More »Kan darbe dagadhaa
Ahmad Abbaa bulgu Kan darbe dagadhaa maliif dhiphattanii, Har’a qofa ilaalaa seenaa maal qabdani. Kan darbe dagadhaa hunda irraanfadhaa, Nutu isinii beekaa gorsa keeyna …
Read More »Walitti Bu’insii Godina Harargee Bahaa Lubbuu Galaafate
Jaallannee Gammadaa 19.12.2013 WASHINGTON, DC — Godiina Harargee Bahaa aanaa midhagaa tolaa keessa kan jiran gandeen 6 keessaa hidhattonni bulchiinsa naannoo Somaalee kanneen Liyyuu Poliis jedhaman …
Read More »Ibsa Ejjannoo Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii
Liyu police killed innocent civilians in oromia East Hararge zone
The Ethiopian-Somali regional state militia known as ‘Liyu Police’ have killed 4 and injured 2 innocent civilians in oromia East hararge zone and displacing the …
Read More »MINILIK WARRA HABASHAA – HITLER AFRIKAA-TI
Taammanaa Bitimaa iraa DURAANDURSA Dubbiftoota mandhee tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, mee kunoo hardha immoo waayee dubbii mataduree kanaa irrattin waa isiinii dhiyeessa. …
Read More »#BBCtrending: Father in Yemen seeks one million Facebook ‘likes’ as dowry
A father in Yemen has asked, not for money, but for one million Facebook “likes” as dowry for his daughter’s hand in marriage. Yemen is …
Read More »Walgahiin Ummataa Magaala Phoenix tti Gaggeessame Milkii Guuddaan Xumurame!!
Walgahiin ummataa guyyaa 12/08/2013 magaala Phoenix, Arizona tti taa’ame injifannoo guddaan xumurameera. Walgahiin kuun kan qophaahe dargaggoota oromoo Phoenix jiraataniin yeroo ta’u kaayyoon isaas Haawaasa …
Read More »Wal ga’iin Waldaa Qorannoo Afriikaa Baranaa keessatti hirmaannaan OSA guddaa ture
Jaallannee Gammadaa 17.12.2013 WASHINGTON, DC — Waldaan qorannoo Afriikaa wal ga’ii isaa kan baranaa booltimoor Yunaaytid Staates keessatti baatii Sadaasa darbe geggeesse. Waraqaan qorannoo Oromoo ilaallatan …
Read More »