Xalayaa Banaa Dhalachuu fi deemsa Aadda Dimokiratawaa Oromoo/ODF ilaalchisee dhiheenya kana marsaalee interneetii Oromoo irrattis ta’e, marsaalee sabqunnamtii Ethiopia biraa irratti yaadota adda addaa dubbisaa …
Read More »
April 18, 2013, Washington (SAPA)- US Secretary of State John Kerry on Thursday revealed he will attend an African Union summit in Ethiopia next month, …
Read More »Oromo Community Ireland celebrated the 2013 Oromo Patriot’s day by renewing their commitments and promises to the fight against Abyssinian colonization. Members of the community, …
Read More »His Excellency Mr. Ban Ki-moon, Secretary-General Office of the Secretary General of United Nations 885 Second Avenue New York, NY 10017, USA Your Excellency Ki-moon: …
Read More »Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa keessaa yoomillee hin badu. Keessattu, …
Read More »Tokkicha Abbaa Milkiin Waan gootota kanaa bal’inaan bareessuuf osuman taa’e yaaduu Aaddee Foolii Gorbaa -haatii Koroneel Hayilu Raggaasaa nadursani.Lubbuun jiraatanii seenaa kana baasuun isaanii …
Read More »Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa qabsoo dheeraa ummatni Oromoo of dandamachiisuuf …
Read More »TVOMT: Gaafif Deebii Kurfii Guyyaa Gootota Oromoo Obboo Araarsoo Boruu Waliin ta’e
Read More »Magaala Bern, Switzerland keessa tti sabboontonni Oromoo gaafa 13.04.2013 Guyyaa Gootota Oromoo 2013 yaadatanii oolaniiru. Guyyaa kana qabsaawota Ooromoo mirga uummata Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaaf …
Read More »