Barreessaan : Abonketi Fayissa =========================================== Oromiyaa keessatti sababa qulqullinni barnootaa kufeef, barattootni sadarkaa tokkoffaa Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu dadhaban; kanaaf immoo furmaatni barbaachisaan …
Read More »#ABCDeebisaa Jijjiirraa tartiiba qubee ilaalchisanii #Mormii Hayyoota Oromoo
Dr. Eshete Gemeda Afaan saba tokkoo mallattoo saba sanii qofa osoo hin ta’in, jireenya fi eenyummaan isaatiifis hundeedha. Aaadaan, dhuudhaan, sabboonummaanii fi ofitti-amanuun afaaniin …
Read More »Afaan Oromoo Fii OPDO
Waxabajjii 06, 2017 Akkuma ummata isaatti afaan Oromoo tiis afaan guddaa dha. Afaan kuni, afaanota alarraa dhufan, jachuun, warra maddi isaanii Afrikaa-rraa ala tahan …
Read More »Tartiiba Qubee Afaan Oromoo jijjiiruun waan boba’aa jirurratti boba’aa dabaluu dha
Abdii Boruutiin Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi warraaqsi biyya keessatti akka ibiddaa boba’aa jiru injifannoolee hanga ammaatti argaman tikfachaa; waan …
Read More »Akka qopheessaan tartiiba qubee jijjiiramee Nagaasaa Hundee jedhamu jedhutti, sababni qubeen ‘L’ dura buufameef, ulaagaalee armaan gadii kana waan guuteefi jedha.
Ferhan Abdulselam 1- Barreessuudhaaf kan salphaa ta’e 2- Sagaleessuudhaaf kan salphaa ta’e 3- Irra deddeebi’ee kan dhufu Akkuma isaan jedhanittuu yoo deemne, qubeen ‘A’ …
Read More »Marii Aggaammii Qubee Afaan Oromoo Balleessu godhamaa jiru irratti tuuta GAOP 2017
Qubeen Afaan Oromoo qabsoo cimaafi wareegama qaqqaaliin as geesse. Laaftutti L jedhanii lallaaquun hin taatu.
OMN: Jijjiiramuu Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Ilaalchisee Dr. Abdusamd Mohammed waliin..
OPDOn Tartiiba Qubee Afaan Oromoo A B C D….Z Ture Jijjirte!
Xumura hoggonoota OPDO
Hasan Alii, Almaaz Makkoo, Dr. Nagaasoo Gidaadaa,Junaddii Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa, Bakar Shaalee, Lammaa Magarsaa….Abaate Kishoo, Yaaragaal Ayishashum…fi ….Xumura Isaanii! Baarentuu Gadaa Irraa// gessogeda@gmail.com Biyyaa …
Read More »