https://youtu.be/RfZ-eP3s4pg
Read More »Yaa’ii Hoggansa Oromoo (OLC) fi Gumii Oromiyaa Addunyaa (GGO)
Lamaanuu Oromoo dha, lamaanuu Oromoof, lamaanuu Oromoon uumaman: Rakkoon jiru maali? Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi namuu hubachuu danda’u yeroo ammaa mooraa QBO keessatti waan …
Read More »Wajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Godinaa Hararge Baha.
Karoora Gabaaba Konfaransii Sosochii Dhabamsiisa BMG fi MKB Irrtatti qophaa’ee Camas 2009 Harar Sensaa Akka addunyaatti rakkoowwan dubartoota irra gahaa jiru maqsuuf waligalteen …
Read More »Karoora Ayyanaa Hundeeffama Liigii Dubartoota Dh.D.U.O waggaa 9ffaa itti Gaggeefamu
Waajjiira Dh.D.U.O Go/H/Bahaa Caamsaa 2009 Harar Seensa Dhaabni keenya Dh.D.U.O.hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartoota gama hundaan mirkannahu akka danda`u akkasumaas waltajjiin gabaasa dubartoota tahee …
Read More »Karoora konfaraansii Sosochii Hawaasaa Sadarkaa sadarkaan Barmaatilee miidhaa Geessisan maqsuuf qophaa’ee
Camsaa 2009 Seensaa Barmaatilee miidhaa geessisan akka aadaa hawaasa tokkotti ilaalmuudhan dhaloota dhalootaatti darbuudhaan daran baratamaa kan deemanidha. Barmaatileen kun yeroo dheeraaf dhaloota irraa …
Read More »SHIRRI QABSOO OROMOO GALMA GAHUU HANQISE DHALOOTA QUBEETIIN GOOLABAMUU QABA!
(Ija gandummaatiin osoo hin tahin ija oromummaatiin dubbisii, waliif dabarsi) (Saphaloo Kadiir irraa) Galma hanqachuu qabsoo Oromoo tan dabare keessaa waa laalanii barachuun deemsa qabsoo …
Read More »Dhamsaa baqattoota Oromoo kan yeroo ammaa gara Jimmaatti baqatanirraa ergamee.
Lafti Kan Ummataati Moo? Kan Mootummaati?
Xiinxalan Abduljebar Hussien Abbaan qabeenyaa lafaa magalaa fi baadiyyaa mootummaa fi ummata akka ta’e fi lafti qabeenya waliinii saboota ,sablamoota fi ummatoota itoophiyaa akka ta’e …
Read More »Candidate to Lead the W.H.O. Accused of Covering Up Epidemics
A leading candidate to head the World Health Organization was accused this week of covering up three cholera epidemics in his home country, Ethiopia, when …
Read More »