Oromiyaa Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti …
Read More »Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Akkanatti awwaallatte
Dr. Sheekh Mahammad Rashaad (Sheekha Yoomiyyuu hin irraanfatamne)
Wanni sabni ittiin beekkamu keessa tokko afaani. Kana hubachuun, diinni afaan Oromoo dhabamsiisuuf ijibbata gudda godhe. Ijibbaanni diinni godhaa ture, arra namatti mul’achuullee baatu yaroo …
Read More »OSA’s Statement of Condolence on the Passing Away of an Oromo Muslim Scholar Dr. Sheikh Muhammad Rashad Abdulle
It was with great sadness that we recently heard about the passing away of Dr. Sheikh Muhammad Rashad Abdulle, a former recipient of OSA Life Time …
Read More »VOA Afaan Oromoo waayee Dr. Sheek Muhammad Rashaad
Gaafiif Deebisaa VOA Afaan Oromoo waayee aakhiramuu Dr.Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Laalchisee gaazeexeessaa Obboo Sa’id Mohammad fii joollee Dr. Sheek Muhammad Rashaad waliin taasise…(galanni kan …
Read More »AQIIDAA SHEEK DR. MUHAMMAD RASHAAD ABDULLEE
********AQIIDATUL OROMIYYAAH KUTAA 3FFAA********* Urjii Ahmad Aqiidaa Ulamaa’ii Oromoo tan Ahbaashiitiin wal bira qabuun “Aqiidatu Oromiyyaah” Kutaa 2 qopheeysee jira. Kutaa 3ffa keessatti Barruun amma …
Read More »SHEEKH MUHAMMED RASHAD KABIIR ABDULLEE KABIIR MUUMAYYAA
Dr. Sheekh Mohammad-Rashaad Abdullee- Buulessa Seenaa Oromoo ti
Sheekh Mahamd Rashaad Abdullee Rabbiin rahamata haa godhuuf nuufillee imaanaa sabrri jajjabuu nuuf haa khannu.
Ani Sh. Mahamd Rashaad akka khiyyatti akkaan isa laalutti khaznnaa Ilmmii Diinii dunyya, khaznnaa funuuna gurgguddaa, Deeraa ogooma waa heddu hanggan hin qabnnee. Library ulumaa’iin …
Read More »