Oduu Haaraya

Sossodaachisaan M/Ministeeraa H/maariyam yeroo kanaa maaliif laata?

Hayilemaariyam fi dhaabi isaanii EPDRF yeroo ammaa keessatti DHIPHUMMAA fi OFTUULUMMAAN biyya teenna diiguurra jirti jedhanii booyuunsaanii sababni isaa maan akka ta’e waan natta fakkaate isiniif hiruu barbaada.

Yeroo ammaa kana dhaabbileen ADWUI ykn EPRDF arfanuu kora sabaa gaggeeffatanii hoggantoota filataniiru. Kanatti aansee ammoo akka ADWUI tti dura taa’aa filatuuf deemu.

1. Xiyyeeffannaan dhaamsa isaa dhaabbileen akka OPDO fi ANDM (dhaaba Amaaraa Be’aaden) angoon nuun malti akka hin jenne – yo angoon Muummicha ministeeraa nuun malti kan jettanuu taate ykn olaantummaa TPLF kan mormitan yo taate isin DHIPHOOTA ykn OFTUULTOTA dhaamsa jedhu of keessaa qaba.
2. Dhaamsa isaa kana keessatti DHIPHUMMAA fi OFTUULUMMAAN biyya teenna diiguurra jirti jechuunsaa hiikni isaa OPDO fi Be’aaden olaantummaa TPLF fi kan kiyya didaa jiru ykn diigaa jiru jedhee hiika an.
3. Sabboonummaan sabootaa guddachaa dhufuunsaa angoo isaaniitiif sodaa guddaa ta’uusaa muldhisa!
Duraan sabboonummaan sabootaa itti fayyadamaniisaboota wolirratti kaasaa turanulle amma garuu saboonni shira isaanii hubatanii wolitta bu’uu dhiisanii isaan angoorraa buusuurratti xiyyeeffataniiru. Tooftaan qoqqodani bulchuu isaanii waan itti dammaqameef sodaa guddaa keessa galuu irraa hubanna.

Wolumaagalatti:
A. Angoon muummicha ministeeraa nuun mala jechuun ykn olaantummaan qabsaawota Tigraay nurraa dhaabbatu ykn hin fudhannu jechuun dhiphummaa miti. Dhiphummaa yo taate kan firaan hojii wolii kennu; kan firaan angoo woliif qoodu; kan firaan qabeenna biyyaa saamee saamsisaa jiru TPLF dha. Dursa
DHIPHUMMAAn kan qoratamuu qaban isaan.

Sabboonummaa, Dhiphummaa fi Oftuulummaa
======================================
Saba ofii jaalachuun, afaanii fi aadaa ofii jaalachuu fi ittiin boonuun; eenyummaa ifii jabeeffachuun Sabboonummaa dha. Inni kun sabboonummaa fayyaa-Healthy nationalizm- jedhama.

Nationalism- Sabboonummaa (Ethnic nationalism)
========================================
a sentiment based on common cultural characteristics that binds a population and often produces a policy of national independence or separatism.[1]

The central political tenet of ethnic nationalism is that ethnic groups can be identified unambiguously, and that each such group is entitled to self-determination.[2]

The central theme of ethnic nationalists is that “nations are defined by a shared heritage, which usually includes a common language, a common faith, and a common ethnic ancestry”.[3] It also includes ideas of a culture shared between members of the group, and with their ancestors, and usually a shared language. Herodotus is the first who stated the main characteristics of ethnicity, with his famous account of what defines Greek identity, where he lists:
1. kinship (Greek: “of the same blood”),
2. language (Greek: “speaking the same language”),
3. cults and customs (Greek: “of the same habits or life”)[3]

Particularistic nationalism
====================
Particularistic nationalism is the political program claiming that some ethno-nation should have its state, without extending the claim to all ethno-nations. It claims thus either by omission (unreflective particularistic nationalism), or by explicitly specifying who is excluded. [4] Wanti isaan DHIPHUMMAA jedhanii waaman isa kana.Sabni tokko dhimma kiyya ofiin murteeffadha jechuun mirga isaa ti. Kamtu na baasa? Kophaa jiraachuu mo saboota biraa wojjiin jiraachuu dha? Haala akkamiin wojji jiraadha kan jedhu murteeffatuun mirga saba sanaa ti.

Chauviinism (Narrow nationalizm)… Dhiphummaa fi Oftuulummaa
=================================================
Inni kun amantaa sabni /gosti kiyya kan biraa ni caala jedhu. Isa kana hayyoonni akka armaan gadiitti ibsu:

Prejudiced belief in the superiority of one’s own gender, group, or kind: “[5]

Ethnocentrism (Dhiphummaa fi Oftuulummaa)
====================================
Kun ammoo aadaa fi afaan biraa sababa afaanii fi aadaa keetirraa adda ta’e qofaaf akka aadaa/afaan gad’aanaa ti ilaaluu.

Ethnocentrism is judging another culture solely by the values and standards of one’s own culture.Ethnocentric individuals judge other groups relative to their own ethnic group or culture, especially with concern for language, behavior, customs, and religion. These ethnic distinctions and subdivisions serve to define each ethnicity’s unique cultural identity. Ethnocentrism may be overt or subtle, and while it is considered a natural proclivity of human psychology, it has developed a generally negative connotation.[6]

Notes
======
1. Wikipedia, the free encyclopedia-https://en.wikipedia.org/wiki/Ethnic_nationalism
2. ibid
3. ibid
4.Merriam Webster
http://www.merriam-webster.com/dictionary/chauvinism
5. Wikipedia, the free encyclopedia-https://en.wikipedia.org/wiki/Ethnocentrism
6. ibid

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …