OROTV OSLO
Read More »“YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE”
“Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee” Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu Maalaatu na dhibe, Callisee obsuus …
Read More »Gucnii kee hin dhaamnee
Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan Samiif dachii dhiphatte …
Read More »Guyyaa har’aa aada ummata bareeda #Oromo #Hararghee isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna
Barruu keenyya kana ammoo akka #Share fi #Likecuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada isiniin seenna!! Galatooma! **************************************************** Oromoon …
Read More »Fuudhaa fii heeruma Aadaa Oromoo
Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta’een karaa addaddaatiin ibsata. Aadaa Oromtichaa tarreessuun hanga urjii …
Read More »Koottu Oromtitti tiyya…..
Shaggooyyee tanaan haarayoomsa bilisummaa.com, bilisummaa, fii oromoheritage.com isin simannaa…diraamaa, walaloo suur & sagalee jiruuf & jireenya saba Oromoo bifa haarayaan viidiyoo3000 daawwachuuf bilisuummaa.com oromoheritage.com, bilisummaa.info …
Read More »Afaan Ofii barachuun manarraa eegala
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa …
Read More »Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee lama keessa jiran kun yoomiyyuu …
Read More »Aadaa Oromoo
Events in Oromo History Before 1853
Events in Oromo History Before 1853 Date Event ~ 300 BC Archeologists found in 1978 in northern Kenya the pillars that Oromo used in the …
Read More »