Baarentuu Gadaa irraa Mee seenaa Habshootaa keessatti bara kam..? eenyurraa eenyutti Angoon karaa nagahaa darbee beeka…? Seenaa isaanii keessa kan jiru.. kan beekamu …aangoof jecha …
Read More »
Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana se’ee farra Oromummaan yoo bookkisu …
Read More »Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii balaleffafatanii .Garuu homaa jijjiiruu hin …
Read More »Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf qaccee gubbaan hidhata qabutu jira. …
Read More »Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka turani fi jiran seenaatu ragaa …
Read More »Abdii Boruutiin Gara dhimma mata duree kanaa otuu hin seenin dura, Habashaa fi kan sammuun habashoome kanan jedhu gabaabinaan ibsuun yaala. Jechi …
Read More »