Araba | Oromia Shall be Free

Tag Archives: Araba

OMN sagantaa Afaan Arabaan tamsaasuun dhugaa ummata keenyaa addunyaa afaan keenya hin beeyne dhageeysisuufi Oromoo addunyaan wal barsiisuuf faaydaa guddaa qaba.

———————————— -Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan addaan qooduuf osoo tattaafataniiti. Diina …

Read More »

Biyyoota Arabaa addaan qoqqooduuf karoorri 1982 kaayame hujiirra oolaa jiraachuu isaa Burqaan Oduu Addunyaa Montikaarlo ibsee jira.

Hegeree Oromiyaatiin Akka ibsa burqaa Oduu addunyaa Montikaarlo kanatti biyyi araba shan jechuun Iraaq Suriyaa Libiyaa Sudaani Yaman bakka 14tti kan addaan ciccituuf jiraatan tahuu …

Read More »