(Kutaa 2ffaa) Boruu Barraaqaa Kutaa 1ffaa dabre keessatti afanfaajjii maqaa jedhuun Habashoonni magaalaalee Oromiyaa akka Jimmaa, Dirree Dhawaa fi Harar dhaaluuf geggeessaa jiran laaluuf yaallee …
Read More »‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’
Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata aadaa Oromoo ti. Ho’aatti nyaatama. …
Read More »Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu
Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii Garrisaa keessatti tarkaanfii wal fakkaataatu …
Read More »ከኣቶ ያሬድ ጥበቡ ኦሮምያን ለሁለት የመግመስ ነፍጠኛዊ ‘ጥበብ’ በስተጀርባ
ስማቸው የተጠቀሰው ኣዛውንት ደርግን ለመጣል በተደረገው ትግል ውስጥ በወጣትነታቸው የተካፈሉ ናቸው። ሁዋላ ላይ ግን ከተሰለፉበት ሃይል ተለይተው ጉዋዶቻቸው ቱባ ቱባ ባለስልጣናት ሲሆኑ እርሳቸው ስደት ላይ …
Read More »(Keessumattuu ilmaan Oromoo OPDO fi humna waraanaa biyyattii keessa jiraniif)
Boruu Barraaqaa Warri Wayyaanee Oromootti dhaadachuu jalqabuun har’a feef miti. Gaafa 1992, yeroo ABO Mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibanii baasan irraa qabanii akka Oromootti nutti …
Read More »Sad News: Five Oromo refugees die on the Sudanese-Libya border
According to a close source, five Oromo refugees have reportedly died and other wounded after they just crossed the border into Libya. The report didn’t …
Read More »Irreecha Irree Tokkummaa Keenyaa Taasisuu Irratti Of-eeggannoo Godhamuu Qabu
“Hiree Murteeffannaa Dura Uummatni Oromoo Bilisoomuu Qaba,” Dubbi-himaa ABO
Namoo Daandii Dhaabni siyaasaa haaraan hogganootaa fi miseensota ABO duraanii of keessaa qabuu fi Obbo Leencoo Lataan hoogganamu eega hundeessama isaa fi kaayyoo …
Read More »Harás Borus Biyti Teenya Oromiyaa, Ummanni Keenya Oromoo, Kaayyoon Keenyas Bilisummaadha!
Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOdhaan hogganamu waggoota afurtamman dabran gargaarsa tokkoon maleetti fi duula diinota qabsoo kana dhabamsiisuuf irratti faraqaan bobba’an lakkoobsaan hedduu fi dandeetti guddaa qaban irra …
Read More »