********AQIIDATUL OROMIYYAAH KUTAA 3FFAA********* Urjii Ahmad Aqiidaa Ulamaa’ii Oromoo tan Ahbaashiitiin wal bira qabuun “Aqiidatu Oromiyyaah” Kutaa 2 qopheeysee jira. Kutaa 3ffa keessatti Barruun amma …
Read More »SHEEKH MUHAMMED RASHAD KABIIR ABDULLEE KABIIR MUUMAYYAA
Sheekh Mahamd Rashaad Abdullee Rabbiin rahamata haa godhuuf nuufillee imaanaa sabrri jajjabuu nuuf haa khannu.
Ani Sh. Mahamd Rashaad akka khiyyatti akkaan isa laalutti khaznnaa Ilmmii Diinii dunyya, khaznnaa funuuna gurgguddaa, Deeraa ogooma waa heddu hanggan hin qabnnee. Library ulumaa’iin …
Read More »Innaa lillaahi wa innaa ilayhi Raaji’uun..
Du’a 3 aalimticha guddaa Haaji Zeeynuutiif jecha imimmaan keenyaahuu odoo hin qoorin Du’a sheekh Mohammed Rashaad lammada dhageenye.. Torbaan tokko keessatti Du’a Ulamaa gurguddoo lama …
Read More »Waggaa meeqa guutuu itti ifaajanii Afaan Oromootti qur’aana hiikanii Sagalee qulqulluun gurra nu buusani
INA LILAH WO’INA ILEH RAJI’UN
Dr Muhamed Rashad Kabir Abdule Mamaya Carcar gama Akhirat deeman Radio bbn Afaan Oromotin Biyat Itophi’a keeysat yeero jalqabaf qurana qulqulu Afaan Oromoti hikudhaan hawasa muslimafi …
Read More »