Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan garuu maal haa baasuuf dhama …
Read More »Jawaar Mohamed haala Oowwaan simatame
Rogeessi siysasaa fii miseensi KFO Obboo Jawaar Mohamed nagayaan gara magaalaa isaa ta dur seene.
Read More »“Toophiyaan qilee haa seentuu malee abadan barcuma jalatti hin qabnu!”
Jawaar Mohamed: “Oromoo nama na qeequuf jettanii wal hin fixina”
“Warra miidiyaa hawaasaarratti na arrabsu dura hin dhaabbatinaa. Ana ittisuu dhiisaa. Ani yaada koo dhiyeessa. Warri naan mormuus, na qeequus yaada isaanii ibsachuun mirga isaaniiti. …
Read More »Confidential info. about OMN
By Dr. Salamoon Ungashe Dr. Birhanu Dirbaba is supposedly the editor in chief for OMN. But in reality Jawar has been acting as the editor …
Read More »