Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu……jajjabduu dhufaa jirti… Gareen maqaa ABOn “qaca fii shaneetti adda baate kun asiin duraas dhimma maqaa …
Read More »Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame
Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi maqaballeessiin gamaa gamanaa bahamee dibbeen …
Read More »Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname
Guyyaa har’aa Caamsaa 20,2007 barattootni Yunivarsitii #BuleeHoraa Fincilaa Diddaa Gabrummaa haalaa namaa gammachiisun itti fufaniiru.
Walgahi ganamaa sa’aa saditti sababaa fincilaa waa’ee filmaatarratti ka’ee mari’achiisuf tattaaffi ergamtootni wayyaanee godhan harkaa fashaleessaniru. Akkumaa walgahiin kun jalqabeen, barattootni Oromoo gaafiwwaan armaan gadii …
Read More »Qabxiileen/Ajandaaleen Duula nu Filadhaa KFO Ifa-ta’e!
Kongiressiin Federaalistii Oromoo filannoo bara 2015/2007 kana keessatti ajandaalee kakaasii duula na-filadhaaf itti gargaaramu ifa godheera. (Katabbichi Baldhaa waan ta’eef isaan kana keessaa Fudheera) Ajandaaleen …
Read More »