Eddoo Addaa Addaatti Hiriira-mormiitifi Gaffilee akka OPDOtti Deebisuu Hindandeenyen Dhiphachaa Jirti OPDOn biyyaa addaa addaatti mormiin ishe muuddata jira. Haaluma kanaan magaala Stockholm/Sweden irratti gaafa …
Read More »Walgayiin jilli OPDO Meelboornetti taa’uuf karoorfame fashale jedhu
Minnesotaafi OPDO Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti walgahichi akka hafu …
Read More »Hoogganummaa Daawuud Ibsaa, Dhugaasaa Bakakkoo fi Bultum Biyyoo irraay gonkuma bilisummaa Oromoo dhugoomsuun hin danda’amu
Qabsoon bilisummaa Oromoo sadarkaa kam irra jira? Guutuu Guraandhala 2015 Gaafii kana Oromoota heddutu gaafataa jira. Deebiin kennamaa jiruus, akkasuma hedduu dha. Walumaa galatti deebii …
Read More »Imala Qondaaltota Mootummaa fi Simannaa Diaspooraa Oromoo!!
Minnesotaafi OPDO – Jawar Mohammed
Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti walgahichi akka hafu gochuun yoo …
Read More »Australia, Melbournetti Bobbaan Ergamtoota Wayyanee Fashale
Guyyaa Amajjii 31, 2015 Hawaasti Oromo Australia, magaalaa Melbourne keessa jiraatu sochii ergamtoota diinaa garee OPDO, Abdulhaaziiz Mohamed I/A/bulchaa Oromiyaa kan ofiin jedhuun Australiatti bobbaate …
Read More »Sochii Tarkaanfiif fuchachuu bara 2015
Hawi olani Kesesaatiin Uummatni Oromoo baroota darban keessatti qabsoo bilisummaa isaatiif adeemsisaa ture keessatti dargaggootni qabsoo boonsaa galmeessisaa turuun isaanii beekamaa dha. Jalqabaa qabees …
Read More »Two Oromo Farmers in Salale Brutally Murdered
Their Bodies Dragged and Put on Pubic Display for Resisting Oppression Against Tigrean Habesha Rulers [Viewer Discretion Advised: Graphic Photo] Ob. Jawar Mohammed (Facebook): “Some …
Read More »Dorgommii filannoo Abbaan-murtii Uummata ta’eef filannoowwan jiran hawaasni akka beeku gochuun dirqama miidiyaaleerraa eegamudha: Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa
(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan banan Af-yaa’iin Mana-maree Bakka-buutota Uummataa …
Read More »Dhumaatii Barattoota Oromoof Itti Gaafatmaa Ka ta’e Dabballeen Wayyaanee Zalaalam Jamaneh USA, Naannoo Maryland maadheffatee akka Jiru saaxilame.
By Fayisa Tesfaye Waggoota dheeraadhaaf sabboontota fi lammii Oromoo mana hidhaatti guursisaa fi ajjeessisaa ka turee fi ammas jabeeysee gochaa diiinummaa ummata Oromoo irratti ka …
Read More »