Kabajamtoota Hojjattoota, Miseensootaa fi Deeggartoota OMN Hundaaf, Hogganaa Bordii Oromia Media Network, Dok. Hamzaa Abdurazaaq, dura taa’umaa Boordii OMN, irraa gadidhiisuu isaanii gaddaan isin beeksifna. …
Read More »Afaan Oromoo Afaan Hoji Biyoolessa akka ta’uu hafalmannuu
Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya balaleefata jira. OPDOn garuu kan …
Read More »Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti dorgomuuf jedhan kudhan keessaa sagal beekamtii guutuu ta’e argatanii jiru.
Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji’oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti …
Read More »Injifannoowwan Caamsaa 20 Ummata Oromoo fayaydamaa taasisaa jiru-Ob Muktaar Kadir
Finfinnee Caamsaa 13 2006(FBC)Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har’a mula’ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20 bar 1983n argamee tahuu pireesidaantiin bulchiinsa mootummaa …
Read More »Civil Servants in Oromia Forced to Become Members of the OPDO.
Ashaangullitiin Summi Nyachifamuun dhugadha jedhu
Dhugga Baasi Ani Miseensa OPDO ti wagoota 20 darban hunda gutuu akka hiree ta’ee dhaabba kana kessati qabsa’aa ture; ji’aa darbee Enyuut summi nyachisee ??http://www.oromoparliamentarians.org/Galmee%20Oduu/Oromia%20Perezdant%20Alemayo%20Atomsa%20Poising.htm …
Read More »Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu (obbaatii ta’uu) dha
Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu( Obbaatii ta’uu) dha. Seenaan …
Read More »Dhaabni keenya (ADO) Qabsoon akka asiin duraa akka sakaalamee hin teenye goona…
Wal-Gahiin KG OPDO Wal Dhabdee fi Qoodmiyaan Milkii Malee Adda Bahe
Bitootessa 21,2013, Finfinnee (Gabaasa Qeerroo) — Walgayiin Qaamolee OPDO Miseensota Giddu Galaa Bitootessa 17 hanga Bitootessa 20, kaleessatti itti ture. Dhimmi walgayii isaanis inni jalqabaa …
Read More »