Oromiyaa - Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Tag Archives: Oromiyaa

madda walaabuu

‪#‎OromooProtests‬ Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)

  Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …

Read More »
kaartaa oromiyaa 2

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Shanaffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma …

Read More »
muslimoonni hiikman

Musliimmoota Mana Hiidhaa Shashamnee Irraa Yaaka Tokko Malee J’oota bay’eef hiraramaa turan Guyyaa Kaleesaa Hiidhaa Irra Hiikkaaman

Maddi: RDH Guyyaa Kaleesa Sagantaan Geggeesa H’oo ta’e kan qoph’eef ta’uu Ibsame. Raadiyoo Daandii Haqaatiin Jimaata Caamsaa 28 /2007 Musliimoota Yaaka tokko malee Mana Hiidhaa …

Read More »