Sangaan…! Sangaan waggoota dabran keessatti Oromiyaa mataan gadi garagalche, kan qe’ee ofii Hannaan Miiliyeenara godhe, kan Abbootii gadaa rashansiise, kan Haacaaluu Hundeessaa nyaate, kan Aabboliif …
Read More »Sheikh Adam Tula: Malamin Da Ba A Taba Irin Jana’izarsa Ba A Habasha
aminiya.dailytrust.com Jana’izar wani shehun malamin Islama a yankin Oromo ya kasar Habasha ta tara jama’ar da ba taba ganin ta ba a kasar. Shehun Malamin …
Read More »“Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin of bulchuufi”
Oromiyaa keeysatti beelti hammaate
Oromiyaa keeysatti beelti hammaate
Read More »Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?
Baankota Toophiyaa fii qormaata barbaacha doolaara hajjii
Ahmaddiin Jabaliin Birriin Toophiyaa, Tyoophiyaan alatti daldalaaf/bittaaf gurgurtaaf fudhatama waan hin qabneef, daldala alatti gaggeeffamuuf maallaqaalee kanneen akka doolaaraa (yuuroo, paawundiifi kkf) biyyootaa adduunyaa biratti …
Read More »Haleellaafi buqqifamuun lammiilee Godinaalee Oromiyaa haa dhaabbatu
Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin ta’uudhaan geggeesseen kan dhufe, qaama …
Read More »Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee
Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame
Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi maqaballeessiin gamaa gamanaa bahamee dibbeen …
Read More »