Oromticha jimmaa GIDDU GALA GALMA AADAA OROMOO Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte kana males bosona ishee barbadaayun, bineensonnii fi simbirroowwan daggala …
Read More »Musliimmoota Mana Hiidhaa Shashamnee Irraa Yaaka Tokko Malee J’oota bay’eef hiraramaa turan Guyyaa Kaleesaa Hiidhaa Irra Hiikkaaman
Magaalaa Cirootti abbaa matii tokko hadhaa manaa fi joollee isaa bira butani ajjeesanii daggalatti darban
Magaalaa guddittii godina Harargee lixaa magaala Ciroo iddoo lakk. 9 jedhamtutti jiraataan oromoo tokko galgala kaleessaa dhoksaan halkan balbala caphsanii mana itti seenuun ilmaanii fi …
Read More »Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee
(Abbaa Abdii) Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf Biyyoo Kharaabaa warra maqaan dhawamu. …
Read More »Teessuma Lafaa fi Haala QilleensaaTeessumni ji’oograafii fi haalli qilleensa Oromiyaa baayyee bal’aa dha.
Obsan maleen Oromiyaan gaarreen dhedheeroo, badda-rogeelee (plateaus), ija laggeenii (gorges) nama maalachiisan, diida ijji ilaalee hin kutne (rolling plains) fi laggeen gurguddoo hedduu qaba. Qarqara …
Read More »‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’
Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata aadaa Oromoo ti. Ho’aatti nyaatama. …
Read More »Uummata Bal’aa Gaanfa Afriikaa, Uummata Hacuuccan Miidhe.
Seensa Oromoon yeroo mammaaku “Baraa fi murxuxxee gadi jedhanii jala ba’u” jedha.. Haa ta’u iyyuu malee murxuxxee gugguuffiin nama hin baraarre, yoo gadi jedhan …
Read More »KUTAA 2ffaa SAGANTAA KEESSUMAA WA’EE LOLA ANNIYAA DAWADHAA SHOW MORE
SEENAA GABAABAA Obboo KADIIR WAAQOO SHAAQEE
Hamma hin jirree bookkisa dullacha
Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana se’ee farra Oromummaan yoo bookkisu …
Read More »